New Orthodox Mezmur Afaan Oromo (Simaalee Gooftaa)

Watch latest Ethiopian videos here and Share on with your friends


Faarfannaa Ortodooksii Afaan Oromoo (Simaalee Gooftaa) by D/n Abiiyyi Zallaqa.

You might like

2 Comments

  1. duraan dursee waaqni siyaaa eebbisu obboleessa keenya. mee jabaadhaa
    jajjabaadhaa waaqni afaan hundumaa isumatu uumee, nutis afaan qabnaa afaan
    keenyaan waaqa galateeffanna. jabaadhuu upload nuuf godhaa maaloo. Inni
    kan biraa uummanni oromoo sirna durii keessa miidhamuun isaa ni beekama..
    mootummoonni yeroo sanaafi amantaa kanaan qabatanii namoonni amaantaa kana
    geeggeessan seexanaan gargaaraman sirna siyaasan laaqani turani. kanaafu
    amantiif politakaan garaagaraa obbolaan koo… waaqni isaani haa eebbisuu
    jabaadhaa afaan keenyumaan waaqa haa kadhannu. 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *